
Barsiisonni dhimma Jijjiirraa, Guddinaa, Barnootaa fi Haala jireenya hunda kaasanii karaa garee kanaatiin wal mari'achuu ni danda’u.

Baga nagaadhaan gara Qubeetti dhuftan! Garee kana irratti waa'ee barnootaa gadhiisuun mari'achuun, gaaffii wal gaafachuun ni danda'ama! Hiriyoota keessan add taasisaa!

Inshaa-allaah islaamummaan wuliidhaa roga hundaan dagaaguudhaaf teessi. Kan fedhe islaamummaa balleessuudhaaf yoo carraaqeyyuu, islaamummaa irraa hanga firii xaafii waa hir'isuu hin danda'u. Garuu laffa'uun isaa bu'aa dadhabbii irraan geessi.

[ We are not the first, we try to be the best ]