
No description available for this channel.
View on Telegram
Link'n asirratti maxxansinuu hunda kan dhugaa ta'u isaa erga sirriitti mirkaneessinee boodadha.

Inshaa-allaah islaamummaan wuliidhaa roga hundaan dagaaguudhaaf teessi. Kan fedhe islaamummaa balleessuudhaaf yoo carraaqeyyuu, islaamummaa irraa hanga firii xaafii waa hir'isuu hin danda'u. Garuu laffa'uun isaa bu'aa dadhabbii irraan geessi.

Join Spider-media.info on Telegram.

𝐈𝐍 𝐆₿𝐃 𝐖𝐄 𝐓𝐑𝐔𝐒𝐓